Itiyoophiyaan Embaasii Ofii Asmaraa Keessatti Bante

  • VOA

Itiyoophiyaan lola waggoota digdamaatii booda hariiroon ishee Ertiraa hatattamaan fooyyawaa dhufeen har’a Embaasii ishee Asmaraa keessatti sirnaan banattee jirti.

Sirna har’a Asmaraa keessatti geggeessame kana irratti argamuun kan Embaasicha banan Muummicha ministaraa Itiyoophiyaa Dr. Abiyyi Ahimad yoo tahan Prezidaantiin Ertiraa Obbo Isaayyaas Afewarqiis sirna kana irratti argamanii jiran.

Gama Kaaniin koreen ministeeroota haajaa alaa Ertraa Itiyoophiyaa fi Somaaliyaa of keessaa qabu har’a Jabuutii seenee jira.

Gabaasaa guutuu caqasaa

Your browser doesn’t support HTML5

Itiyoophiyaan Embaasii Ofii Asmaraa Keessatti Bante