Hayyuu seenaa Obbo Tamasgeen Korjee, “Fatansaa Iluu Iluu Abbaaboor irraa diina qolachuun birmadummaashee akka eeggattee turtu gochuu keessatti seenaadhaan yaadatamu” jedhan.
Dhalootillee gootummaa Fatansaa Iluurraa ni barata jechuun dubbataniiru, Obbo Tamasgeen. Naakoor Malkaa tu Ambo irraa bilbiluun Mattuu irraa dubbise.
Your browser doesn’t support HTML5