Prezidaantiin Yunaaytid Isteets Donaald Traamp Kibxata galgala yaa'ii waloo Kongireesii irratti haasawa godhan. Traamp karoora bulchiinsi isaanii akkaataa nagaha Baha Eddugaleessaa akkasumas Baha Awurooppaatti fiduu danda’amu irratti qabu dubbatan.
Garee dargaggootaa dugdee magaalaa Sidaamaatti argaman , dhakaa qaruudhaan bakka sagadaa fi siidaa awwaalchaa akkasumas dhakaa tokkicha qaruudhaan ededa manaa hojjatan.
Caalaa agarsiisi