Bulchiinsa Naannoo Tigraay keessatti kan argamuu fi Afrikaa keessatti isa jalqabaa kan ta’e Masjiidni Alnejaashii, yeroo wal waraansa Kaaba Itiyoophiiyaa miidhame deggeersa mootummaa Tarkiin suphamaa jira.
Prezidaantiin Yunaaytid Isteets Donaald Traamp Kibxata galgala yaa'ii waloo Kongireesii irratti haasawa godhan. Traamp karoora bulchiinsi isaanii akkaataa nagaha Baha Eddugaleessaa akkasumas Baha Awurooppaatti fiduu danda’amu irratti qabu dubbatan.
Caalaa agarsiisi